An-Najm · 13/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَلَقَدْ رَآهُ نَزْلَةً أُخْرَىٰ ۝١٣
Wa laqad ra aahu nazlatan ukhraa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti yeroo biraas isa argeera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu An-Najm

11مَا كَذَبَ الْفُؤَادُ مَا رَأَىٰ
Onneen (Nabiyyii-SAW) waan arge keessatti homaa hin sobne
12أَفَتُمَارُونَهُ عَلَىٰ مَا يَرَىٰ
Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu
13وَلَقَدْ رَآهُ نَزْلَةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti yeroo biraas isa argeera
14عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge
15عِندَهَا جَنَّةُ الْمَأْوَىٰ
Ishee bira jannata qubsumaatu jira
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — An-Najm 13

Suuratu An-Najm Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti yeroo biraas isa argeera

Suuratu Aayah 13/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers