An-Najm · 36/62
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Najm
أَمْ لَمْ يُنَبَّأْ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ ۝٣٦
Am lam yunabbaa bimaa fee suhuhfi Moosa
📖 Afaan Oromoon
Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — An-Najm

34وَأَعْطَىٰ قَلِيلًا وَأَكْدَىٰ
Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate
35أَعِندَهُ عِلْمُ الْغَيْبِ فَهُوَ يَرَىٰ
Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee
36أَمْ لَمْ يُنَبَّأْ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ
Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii
37وَإِبْرَاهِيمَ الَّذِي وَفَّىٰ
Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees
38أَلَّا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ
(Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — An-Najm 36

Suuratu An-Najm Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii

Suuratu Aayah 36/62 — An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Najm Caqasi, An-Najm Hiikkaa, An-Najm mp3, An-Najm pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers