An-Najm · 35/62
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Najm
أَعِندَهُ عِلْمُ الْغَيْبِ فَهُوَ يَرَىٰ ۝٣٥
A`indahoo `ilmul ghaibi fahuwa yaraa
📖 Afaan Oromoon
Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee
🎧 Caqasi

📜 Aayah 33-37 — An-Najm

33أَفَرَأَيْتَ الَّذِي تَوَلَّىٰ
Mee isa gara gale naaf himi
34وَأَعْطَىٰ قَلِيلًا وَأَكْدَىٰ
Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate
35أَعِندَهُ عِلْمُ الْغَيْبِ فَهُوَ يَرَىٰ
Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee
36أَمْ لَمْ يُنَبَّأْ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ
Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii
37وَإِبْرَاهِيمَ الَّذِي وَفَّىٰ
Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — An-Najm 35

Suuratu An-Najm Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee

Suuratu Aayah 35/62 — An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Najm Caqasi, An-Najm Hiikkaa, An-Najm mp3, An-Najm pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers