An-Najm · 48/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَأَنَّهُ هُوَ أَغْنَىٰ وَأَقْنَىٰ ۝٤٨
Wa annahoo huwa aghnaa wa aqnaa
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu An-Najm

46مِن نُّطْفَةٍ إِذَا تُمْنَىٰ
Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu
47وَأَنَّ عَلَيْهِ النَّشْأَةَ الْأُخْرَىٰ
Uumuun boodaas Rabbuma irra jira
48وَأَنَّهُ هُوَ أَغْنَىٰ وَأَقْنَىٰ
Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha
49وَأَنَّهُ هُوَ رَبُّ الشِّعْرَىٰ
Inni Isumatu Gooftaa Shi’iraati
50وَأَنَّهُ أَهْلَكَ عَادًا الْأُولَىٰ
Isumatu Aadii duraa balleesse
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — An-Najm 48

Suuratu An-Najm Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha

Suuratu Aayah 48/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers