An-Najm · 47/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَأَنَّ عَلَيْهِ النَّشْأَةَ الْأُخْرَىٰ ۝٤٧
Wa anna `alaihin nash atal ukhraa
📖 Afaan Oromoon
Uumuun boodaas Rabbuma irra jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Suuratu An-Najm

45وَأَنَّهُ خَلَقَ الزَّوْجَيْنِ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ
Inni cimdii lama, kormaafi dhalaa, uume
46مِن نُّطْفَةٍ إِذَا تُمْنَىٰ
Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu
47وَأَنَّ عَلَيْهِ النَّشْأَةَ الْأُخْرَىٰ
Uumuun boodaas Rabbuma irra jira
48وَأَنَّهُ هُوَ أَغْنَىٰ وَأَقْنَىٰ
Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha
49وَأَنَّهُ هُوَ رَبُّ الشِّعْرَىٰ
Inni Isumatu Gooftaa Shi’iraati
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — An-Najm 47

Suuratu An-Najm Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Uumuun boodaas Rabbuma irra jira

Suuratu Aayah 47/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers