An-Najm · 52/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَقَوْمَ نُوحٍ مِّن قَبْلُ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا هُمْ أَظْلَمَ وَأَطْغَىٰ ۝٥٢
Wa qawma Noohim min qablu innahum kaanoo hum azlama wa atghaa
📖 Afaan Oromoon
Ummata Nuuhis sana dura (balleesse)Isaan isaanumatu akkaan miidhaa raawwattootaafi daangaa darbitoota turan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 50-54 — Suuratu An-Najm

50وَأَنَّهُ أَهْلَكَ عَادًا الْأُولَىٰ
Isumatu Aadii duraa balleesse
51وَثَمُودَ فَمَا أَبْقَىٰ
(Ummata) Samuudis hin hambifne
52وَقَوْمَ نُوحٍ مِّن قَبْلُ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا هُمْ أَظْلَمَ وَأَطْغَىٰ
Ummata Nuuhis sana dura (balleesse)Isaan isaanumatu akkaan miidhaa raawwattootaafi daangaa darbitoota turan
53وَالْمُؤْتَفِكَةَ أَهْوَىٰ
Ganda gombifamtuus gadi kuffise
54فَغَشَّاهَا مَا غَشَّىٰ
Wanti haguuge ishee haguuge
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — An-Najm 52

Suuratu An-Najm Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummata Nuuhis sana dura (balleesse)Isaan isaanumatu akkaan miidhaa raawwattootaafi daangaa…

Suuratu Aayah 52/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers