Al-Qamar · 38/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَدْ صَبَّحَهُم بُكْرَةً عَذَابٌ مُّسْتَقِرٌّ ۝٣٨
Wa laqad sabbahahum bukratan `azaabum mustaqirr
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, adabbiin cimaan bariidhaan isaanitti ganamfate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Al-Qamar

36وَلَقَدْ أَنذَرَهُم بَطْشَتَنَا فَتَمَارَوْا بِالنُّذُرِ
Dhugumatti, inni (Luux) qabaa keenya isaan akeekkachiisee jiraIsaan garuu dinniinicha mormaniiru
37وَلَقَدْ رَاوَدُوهُ عَن ضَيْفِهِ فَطَمَسْنَا أَعْيُنَهُمْ فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Dhugumatti, keessummaa isaa irraa (badii itti hojjachuuf) isa gaafatanKanaaf ija isaanii jaamsinee “adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (jenneen)
38وَلَقَدْ صَبَّحَهُم بُكْرَةً عَذَابٌ مُّسْتَقِرٌّ
Dhugumatti, adabbiin cimaan bariidhaan isaanitti ganamfate
39فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)
40وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 38

Suuratu Al-Qamar Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, adabbiin cimaan bariidhaan isaanitti ganamfate

Suuratu Aayah 38/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers