Al-Waqi'ah · 45/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُتْرَفِينَ ۝٤٥
Innaahum kaanoo qabla zaalika mutrafeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-Waqi'ah

43وَظِلٍّ مِّن يَحْمُومٍ
Gaaddisa aara gurraacha irraa ta’e keessa
44لَّا بَارِدٍ وَلَا كَرِيمٍ
(Gaaddiisa) qabbanaa’aa hin ta’iniifi gaariis hin ta’in
45إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُتْرَفِينَ
Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan
46وَكَانُوا يُصِرُّونَ عَلَى الْحِنثِ الْعَظِيمِ
Dilii guddaa itti fufu turan
47وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 45

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan

Suuratu Aayah 45/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers