Al-An'am · 28/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
بَلْ بَدَا لَهُم مَّا كَانُوا يُخْفُونَ مِن قَبْلُ ۖ وَلَوْ رُدُّوا لَعَادُوا لِمَا نُهُوا عَنْهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ ٢٨
Transliteration
Bal badaa lahum maa kaanoo yukhfoona min qablu wa law ruddoo la`aadoo limaa nuhoo `anhu wa innahum lakaaziboon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti wanti isaan kana dura dhoksaa turan isaaniif mul’ateOdoo deebifamaniis waan irraa dhorgamanitti deebi’uIsaan kijibdoota
🎧 Caqasi
📜 Aayah 26-30 — Al-An'am
26وَهُمْ يَنْهَوْنَ عَنْهُ وَيَنْأَوْنَ عَنْهُ ۖ وَإِن يُهْلِكُونَ إِلَّا أَنفُسَهُمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Isaan isa (Muhammadiin) irraa dhorgu; Isa irraas fagaatanLubbuu isaanii malee homaa hin balleessan; garuu hin beekanu
27وَلَوْ تَرَىٰ إِذْ وُقِفُوا عَلَى النَّارِ فَقَالُوا يَا لَيْتَنَا نُرَدُّ وَلَا نُكَذِّبَ بِآيَاتِ رَبِّنَا وَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Yeroo isaan ibidda irra dhaabamanii "yaa hawwii keenya! odoo (addunyaatti) deebifamnee aayatoota Rabbii keenyaas kijibsiisuu dhiifnee muumina irraas taanee" jedhan argitee (waan rifachiisaa argita ture)
28بَلْ بَدَا لَهُم مَّا كَانُوا يُخْفُونَ مِن قَبْلُ ۖ وَلَوْ رُدُّوا لَعَادُوا لِمَا نُهُوا عَنْهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
Dhugumatti wanti isaan kana dura dhoksaa turan isaaniif mul’ateOdoo deebifamaniis waan irraa dhorgamanitti deebi’uIsaan kijibdoota
29وَقَالُوا إِنْ هِيَ إِلَّا حَيَاتُنَا الدُّنْيَا وَمَا نَحْنُ بِمَبْعُوثِينَ
Isheen jireenya addunyaati malee kan biraa miti, nutis (du’a booda) hin kaafamnu" jedhan
30وَلَوْ تَرَىٰ إِذْ وُقِفُوا عَلَىٰ رَبِّهِمْ ۚ قَالَ أَلَيْسَ هَٰذَا بِالْحَقِّ ۚ قَالُوا بَلَىٰ وَرَبِّنَا ۚ قَالَ فَذُوقُوا الْعَذَابَ بِمَا كُنتُمْ تَكْفُرُونَ
Yeroo isaan Gooftaa isaanii fuulduratti dhaabaman odoo argitee (waan rifachiisaa argita ture)"Sila inni kun dhugaa mitii?" jedhe"Eeyyeen; Gooftaa keenyaan kakannee! dhugaa dha" jedhan"Waan kafaraa turtaniif (amma) adabicha dhandhamaa!" jedhe
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
28Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 28
Suuratu Al-An'am Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti wanti isaan kana dura dhoksaa turan isaaniif mul’ateOdoo deebifamaniis…Suuratu Aayah 28/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








