Al-An'am · 75/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَكَذَٰلِكَ نُرِي إِبْرَاهِيمَ مَلَكُوتَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلِيَكُونَ مِنَ الْمُوقِنِينَ ۝٧٥
Wa kazaalika nureee Ibraaheema malakootas samaawaati wal ardi wa liyakoona minal mooqineen
📖 Afaan Oromoon
Akka (beekee) mirkaneeffattoota irraas ta’uuf jecha, akka kanatti Ibraahiimiin mootummaa samiifi dachii agarsiifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 73-77 — Al-An'am

73وَهُوَ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۖ وَيَوْمَ يَقُولُ كُن فَيَكُونُ ۚ قَوْلُهُ الْحَقُّ ۚ وَلَهُ الْمُلْكُ يَوْمَ يُنفَخُ فِي الصُّورِ ۚ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ ۚ وَهُوَ الْحَكِيمُ الْخَبِيرُ
Inni Isa samiifi dachii dhugaan uumeGuyyaa ‘ta’i’ jennaan achumaan ta’u san [yaadadhu]Jechi Isaa dhugaadhaGuyyaa xurumbaan afuufamu mootummaan kan IsaatiInni beekaa fagoo (gheybii)fi dhihootiInni ogeessa, keessa beekaadha
74۞ وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ لِأَبِيهِ آزَرَ أَتَتَّخِذُ أَصْنَامًا آلِهَةً ۖ إِنِّي أَرَاكَ وَقَوْمَكَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Yeroo Ibraahiim abbaa isaa Azaariin "sila ati taabota gabbaramoota godhattaa? Dhugumatti, ani siifi ummata kee jallina ifaa keessattiin argaara" jedhes [yaadadhu]
75وَكَذَٰلِكَ نُرِي إِبْرَاهِيمَ مَلَكُوتَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلِيَكُونَ مِنَ الْمُوقِنِينَ
Akka (beekee) mirkaneeffattoota irraas ta’uuf jecha, akka kanatti Ibraahiimiin mootummaa samiifi dachii agarsiifne
76فَلَمَّا جَنَّ عَلَيْهِ اللَّيْلُ رَأَىٰ كَوْكَبًا ۖ قَالَ هَٰذَا رَبِّي ۖ فَلَمَّا أَفَلَ قَالَ لَا أُحِبُّ الْآفِلِينَ
Yeroo halkan isa irratti dukkanaa’es, urjii argeetiin "kun Gooftaa kiyya" jedheYeroo inni seenus "ani seentota hin jaaladhu" jedhe
77فَلَمَّا رَأَى الْقَمَرَ بَازِغًا قَالَ هَٰذَا رَبِّي ۖ فَلَمَّا أَفَلَ قَالَ لَئِن لَّمْ يَهْدِنِي رَبِّي لَأَكُونَنَّ مِنَ الْقَوْمِ الضَّالِّينَ
Yeroma ji’as ba’aa taee argu "kuni Gooftaa kiyya" jedheYeroo inni seenus "odoo Gooftaan kiyya na qajeelchuu baatee silaa ani ummata jallattoota irraan ta’a" jedhe
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 75

Suuratu Al-An'am Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka (beekee) mirkaneeffattoota irraas ta’uuf jecha, akka kanatti Ibraahiimiin mootummaa…

Suuratu Aayah 75/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers