Al-An'am · 76/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
فَلَمَّا جَنَّ عَلَيْهِ اللَّيْلُ رَأَىٰ كَوْكَبًا ۖ قَالَ هَٰذَا رَبِّي ۖ فَلَمَّا أَفَلَ قَالَ لَا أُحِبُّ الْآفِلِينَ ۝٧٦
Falammaa janna `alaihil lailu ra aa kawkabaan qaala haaza Rabbee falammaaa afala qaala laaa uhibbul aafileen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo halkan isa irratti dukkanaa’es, urjii argeetiin "kun Gooftaa kiyya" jedheYeroo inni seenus "ani seentota hin jaaladhu" jedhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 74-78 — Al-An'am

74۞ وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ لِأَبِيهِ آزَرَ أَتَتَّخِذُ أَصْنَامًا آلِهَةً ۖ إِنِّي أَرَاكَ وَقَوْمَكَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Yeroo Ibraahiim abbaa isaa Azaariin "sila ati taabota gabbaramoota godhattaa? Dhugumatti, ani siifi ummata kee jallina ifaa keessattiin argaara" jedhes [yaadadhu]
75وَكَذَٰلِكَ نُرِي إِبْرَاهِيمَ مَلَكُوتَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلِيَكُونَ مِنَ الْمُوقِنِينَ
Akka (beekee) mirkaneeffattoota irraas ta’uuf jecha, akka kanatti Ibraahiimiin mootummaa samiifi dachii agarsiifne
76فَلَمَّا جَنَّ عَلَيْهِ اللَّيْلُ رَأَىٰ كَوْكَبًا ۖ قَالَ هَٰذَا رَبِّي ۖ فَلَمَّا أَفَلَ قَالَ لَا أُحِبُّ الْآفِلِينَ
Yeroo halkan isa irratti dukkanaa’es, urjii argeetiin "kun Gooftaa kiyya" jedheYeroo inni seenus "ani seentota hin jaaladhu" jedhe
77فَلَمَّا رَأَى الْقَمَرَ بَازِغًا قَالَ هَٰذَا رَبِّي ۖ فَلَمَّا أَفَلَ قَالَ لَئِن لَّمْ يَهْدِنِي رَبِّي لَأَكُونَنَّ مِنَ الْقَوْمِ الضَّالِّينَ
Yeroma ji’as ba’aa taee argu "kuni Gooftaa kiyya" jedheYeroo inni seenus "odoo Gooftaan kiyya na qajeelchuu baatee silaa ani ummata jallattoota irraan ta’a" jedhe
78فَلَمَّا رَأَى الشَّمْسَ بَازِغَةً قَالَ هَٰذَا رَبِّي هَٰذَا أَكْبَرُ ۖ فَلَمَّا أَفَلَتْ قَالَ يَا قَوْمِ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تُشْرِكُونَ
Yeroma aduu kan baate taatee argu "kun Gooftaa kiyya; kanatu irra guddaa dha" jedheYeroo isheen seentu "yaa ummata kiyya! ani waan isin qindeessitan irraa qulqulluu dha" jedhe
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 76

Suuratu Al-An'am Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo halkan isa irratti dukkanaa’es, urjii argeetiin "kun Gooftaa kiyya"…

Suuratu Aayah 76/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers