Al-An'am · 89/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ وَالْحُكْمَ وَالنُّبُوَّةَ ۚ فَإِن يَكْفُرْ بِهَا هَٰؤُلَاءِ فَقَدْ وَكَّلْنَا بِهَا قَوْمًا لَّيْسُوا بِهَا بِكَافِرِينَ ۝٨٩
Ulaaa`ikal lazeena aatainaahumul Kitaaba wal hukma wan Nubuwwah; fa iny yakfur bihaa haaa`ulaaa`i faqad wakkalnaa bihaa qawmal laisoo bihaa bikaafireen
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra nuti kitaaba, ogummaafi nabiyyummaa isaaniif kennineedhaYoo isaan kun (warri Makkaa) isheetti kafaran, dhugumatti Nuti namoota isheetti hin kafarre isheef qopheessineerra
🎧 Caqasi

📜 Aayah 87-91 — Al-An'am

87وَمِنْ آبَائِهِمْ وَذُرِّيَّاتِهِمْ وَإِخْوَانِهِمْ ۖ وَاجْتَبَيْنَاهُمْ وَهَدَيْنَاهُمْ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Abbootii isaanii, ilmaan isaaniifi obboleeyyan isaanii irraas (qajeelchine)Isaan fillee, gara karaa qajeelaa isaan qajeelchinee jirra
88ذَٰلِكَ هُدَى اللَّهِ يَهْدِي بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۚ وَلَوْ أَشْرَكُوا لَحَبِطَ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Kun qajeelloo RabbiitiGabroota isaa irraa nama fedhe isaan qajeelchaOdoo isaan qindeessanii silaa wanti isaan dalagaa turan isaan jalaa bada
89أُولَٰئِكَ الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ وَالْحُكْمَ وَالنُّبُوَّةَ ۚ فَإِن يَكْفُرْ بِهَا هَٰؤُلَاءِ فَقَدْ وَكَّلْنَا بِهَا قَوْمًا لَّيْسُوا بِهَا بِكَافِرِينَ
Isaan warra nuti kitaaba, ogummaafi nabiyyummaa isaaniif kennineedhaYoo isaan kun (warri Makkaa) isheetti kafaran, dhugumatti Nuti namoota isheetti hin kafarre isheef qopheessineerra
90أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُل لَّا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ
Isaan warra Rabbiin qajeelcheedhaQajeelfama isaanii hordofi"Ani isa irratti mindaa isin hin gaafadhuInni aalamaaf yaadannoo malee homaa miti" jedhi
91وَمَا قَدَرُوا اللَّهَ حَقَّ قَدْرِهِ إِذْ قَالُوا مَا أَنزَلَ اللَّهُ عَلَىٰ بَشَرٍ مِّن شَيْءٍ ۗ قُلْ مَنْ أَنزَلَ الْكِتَابَ الَّذِي جَاءَ بِهِ مُوسَىٰ نُورًا وَهُدًى لِّلنَّاسِ ۖ تَجْعَلُونَهُ قَرَاطِيسَ تُبْدُونَهَا وَتُخْفُونَ كَثِيرًا ۖ وَعُلِّمْتُم مَّا لَمْ تَعْلَمُوا أَنتُمْ وَلَا آبَاؤُكُمْ ۖ قُلِ اللَّهُ ۖ ثُمَّ ذَرْهُمْ فِي خَوْضِهِمْ يَلْعَبُونَ
Yeroo "Rabbiin nama irratti homaa hin buufne" jedhan guddina Isaaf malu Rabbiin hin guddifne"Ifaafi namootaaf qajeelfama haala taeen kan isin waraqaalee heddu isa gootan kitaaba Muusaan ittiin dhufe eenyutu buuse? (Kan feetan) ishee muliftuHeddu immoo ni dhoksituWaan isiniifi abbootiin keessan hin beekne beeksifamtanii jirtan" jedhi"(Kan isa buuse) Rabbuma" jedhiErgasii haala isaan dhara isaanii keessa taphataniin isaan dhiisi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 89

Suuratu Al-An'am Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra nuti kitaaba, ogummaafi nabiyyummaa isaaniif kennineedhaYoo isaan kun…

Suuratu Aayah 89/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers