Al-An'am · 88/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
ذَٰلِكَ هُدَى اللَّهِ يَهْدِي بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۚ وَلَوْ أَشْرَكُوا لَحَبِطَ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَعْمَلُونَ ۝٨٨
Zaalika hudal laahi yahdee bihee mai yashaaa`u min `ibaadih; wa law ashrakoo lahabita `anhum maa kaanoo ya`maloon
📖 Afaan Oromoon
Kun qajeelloo RabbiitiGabroota isaa irraa nama fedhe isaan qajeelchaOdoo isaan qindeessanii silaa wanti isaan dalagaa turan isaan jalaa bada

🎧 Caqasi


📜 Aayah 86-90 — Suuratu Al-An'am

86وَإِسْمَاعِيلَ وَالْيَسَعَ وَيُونُسَ وَلُوطًا ۚ وَكُلًّا فَضَّلْنَا عَلَى الْعَالَمِينَ
Ismaa’il, Yasa’i, Yuunusiifi Luuxiinis (qajeelchine)Hundaayyuu aalama irra caalchifne
87وَمِنْ آبَائِهِمْ وَذُرِّيَّاتِهِمْ وَإِخْوَانِهِمْ ۖ وَاجْتَبَيْنَاهُمْ وَهَدَيْنَاهُمْ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Abbootii isaanii, ilmaan isaaniifi obboleeyyan isaanii irraas (qajeelchine)Isaan fillee, gara karaa qajeelaa isaan qajeelchinee jirra
88ذَٰلِكَ هُدَى اللَّهِ يَهْدِي بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۚ وَلَوْ أَشْرَكُوا لَحَبِطَ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Kun qajeelloo RabbiitiGabroota isaa irraa nama fedhe isaan qajeelchaOdoo isaan qindeessanii silaa wanti isaan dalagaa turan isaan jalaa bada
89أُولَٰئِكَ الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ وَالْحُكْمَ وَالنُّبُوَّةَ ۚ فَإِن يَكْفُرْ بِهَا هَٰؤُلَاءِ فَقَدْ وَكَّلْنَا بِهَا قَوْمًا لَّيْسُوا بِهَا بِكَافِرِينَ
Isaan warra nuti kitaaba, ogummaafi nabiyyummaa isaaniif kennineedhaYoo isaan kun (warri Makkaa) isheetti kafaran, dhugumatti Nuti namoota isheetti hin kafarre isheef qopheessineerra
90أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُل لَّا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ
Isaan warra Rabbiin qajeelcheedhaQajeelfama isaanii hordofi"Ani isa irratti mindaa isin hin gaafadhuInni aalamaaf yaadannoo malee homaa miti" jedhi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 88

Suuratu Al-An'am Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun qajeelloo RabbiitiGabroota isaa irraa nama fedhe isaan qajeelchaOdoo isaan…

Suuratu Aayah 88/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers