Al-Qalam · 14/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ ۝١٤
An kaana zaa maalinw-wa baneen
📖 Afaan Oromoon
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Qalam

12مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis
13عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)
14أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)
15إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe
16سَنَسِمُهُ عَلَى الْخُرْطُومِ
Funyaan irratti isa mallatteessina
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 14

Suuratu Al-Qalam Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)

Suuratu Aayah 14/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers