Al-Qalam · 15/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ ۝١٥
Izaa tutlaa `alaihi aayaatunaa qaala asaateerul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Qalam

13عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)
14أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)
15إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe
16سَنَسِمُهُ عَلَى الْخُرْطُومِ
Funyaan irratti isa mallatteessina
17إِنَّا بَلَوْنَاهُمْ كَمَا بَلَوْنَا أَصْحَابَ الْجَنَّةِ إِذْ أَقْسَمُوا لَيَصْرِمُنَّهَا مُصْبِحِينَ
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 15

Suuratu Al-Qalam Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti"…

Suuratu Aayah 15/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers