Al-Qalam · 16/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
سَنَسِمُهُ عَلَى الْخُرْطُومِ ۝١٦
Sanasimuhoo `alal khurtoom
📖 Afaan Oromoon
Funyaan irratti isa mallatteessina

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Qalam

14أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)
15إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe
16سَنَسِمُهُ عَلَى الْخُرْطُومِ
Funyaan irratti isa mallatteessina
17إِنَّا بَلَوْنَاهُمْ كَمَا بَلَوْنَا أَصْحَابَ الْجَنَّةِ إِذْ أَقْسَمُوا لَيَصْرِمُنَّهَا مُصْبِحِينَ
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
18وَلَا يَسْتَثْنُونَ
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 16

Suuratu Al-Qalam Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Funyaan irratti isa mallatteessina

Suuratu Aayah 16/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers