Al-Qalam · 22/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَنِ اغْدُوا عَلَىٰ حَرْثِكُمْ إِن كُنتُمْ صَارِمِينَ ۝٢٢
Anighdoo `alaa harsikum in kuntum saarimeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Qalam

20فَأَصْبَحَتْ كَالصَّرِيمِ
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
21فَتَنَادَوْا مُصْبِحِينَ
Bariidhaan walitti lallaban
22أَنِ اغْدُوا عَلَىٰ حَرْثِكُمْ إِن كُنتُمْ صَارِمِينَ
Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)
23فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman
24أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 22

Suuratu Al-Qalam Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)

Suuratu Aayah 22/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers