Al-Qalam · 23/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ ۝٢٣
Fantalaqoo wa hum yatakhaafatoon
📖 Afaan Oromoon
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Qalam

21فَتَنَادَوْا مُصْبِحِينَ
Bariidhaan walitti lallaban
22أَنِ اغْدُوا عَلَىٰ حَرْثِكُمْ إِن كُنتُمْ صَارِمِينَ
Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)
23فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman
24أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)
25وَغَدَوْا عَلَىٰ حَرْدٍ قَادِرِينَ
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 23

Suuratu Al-Qalam Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman

Suuratu Aayah 23/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers