Al-Qalam · 21/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَتَنَادَوْا مُصْبِحِينَ ۝٢١
Fatanaadaw musbiheen
📖 Afaan Oromoon
Bariidhaan walitti lallaban

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Qalam

19فَطَافَ عَلَيْهَا طَائِفٌ مِّن رَّبِّكَ وَهُمْ نَائِمُونَ
Odoo isaan rafanuu, naannaaan (adabbiin) Rabbii kee biraa tae ishee irra naannae
20فَأَصْبَحَتْ كَالصَّرِيمِ
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
21فَتَنَادَوْا مُصْبِحِينَ
Bariidhaan walitti lallaban
22أَنِ اغْدُوا عَلَىٰ حَرْثِكُمْ إِن كُنتُمْ صَارِمِينَ
Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)
23فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 21

Suuratu Al-Qalam Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bariidhaan walitti lallaban

Suuratu Aayah 21/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers