Al-Qalam · 25/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَغَدَوْا عَلَىٰ حَرْدٍ قَادِرِينَ ۝٢٥
Wa ghadaw `alaa hardin qaadireen
📖 Afaan Oromoon
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-Qalam

23فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman
24أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)
25وَغَدَوْا عَلَىٰ حَرْدٍ قَادِرِينَ
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan
26فَلَمَّا رَأَوْهَا قَالُوا إِنَّا لَضَالُّونَ
Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha
27بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
Inumaayyuu nuti hoongeffamoodha
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 25

Suuratu Al-Qalam Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan

Suuratu Aayah 25/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers