Al-Qalam · 26/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَلَمَّا رَأَوْهَا قَالُوا إِنَّا لَضَالُّونَ ۝٢٦
Falammaa ra awhaa qaalooo innaa ladaaalloon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Qalam

24أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)
25وَغَدَوْا عَلَىٰ حَرْدٍ قَادِرِينَ
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan
26فَلَمَّا رَأَوْهَا قَالُوا إِنَّا لَضَالُّونَ
Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha
27بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
Inumaayyuu nuti hoongeffamoodha
28قَالَ أَوْسَطُهُمْ أَلَمْ أَقُل لَّكُمْ لَوْلَا تُسَبِّحُونَ
Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 26

Suuratu Al-Qalam Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha

Suuratu Aayah 26/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers