Al-Qalam · 24/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ ۝٢٤
Al laa yadkhulannahal yawma `alaikum miskeen
📖 Afaan Oromoon
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-Qalam

22أَنِ اغْدُوا عَلَىٰ حَرْثِكُمْ إِن كُنتُمْ صَارِمِينَ
Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan)
23فَانطَلَقُوا وَهُمْ يَتَخَافَتُونَ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman
24أَن لَّا يَدْخُلَنَّهَا الْيَوْمَ عَلَيْكُم مِّسْكِينٌ
Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)
25وَغَدَوْا عَلَىٰ حَرْدٍ قَادِرِينَ
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti dandaoo taanii bariisifatan
26فَلَمَّا رَأَوْهَا قَالُوا إِنَّا لَضَالُّونَ
Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 24

Suuratu Al-Qalam Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan)

Suuratu Aayah 24/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers