Al-A'raf · 110/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُمْ ۖ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ ۝١١٠
Yureedu ai yukhrijakum min ardikum famaazaa taamuroon
📖 Afaan Oromoon
Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 108-112 — Suuratu Al-A'raf

108وَنَزَعَ يَدَهُ فَإِذَا هِيَ بَيْضَاءُ لِلنَّاظِرِينَ
Harka isaas ni baase; isheenis yoosuu warra ilaalaniif adii (calaqqisaa) taate
109قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ
Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (nama falfalaa) beekaadha
110يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُمْ ۖ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ
Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)
111قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَأَرْسِلْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota ergi
112يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَاحِرٍ عَلِيمٍ
Saahiree beekaa hundaan sitti dhufu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 110

Suuratu Al-A'raf Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)

Suuratu Aayah 110/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers