Al-A'raf · 109/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ ۝١٠٩
Qaalal mala-u min qawmi Fir`awna inna haazaa lasaa hirun `aleem
📖 Afaan Oromoon
Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (nama falfalaa) beekaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 107-111 — Al-A'raf

107فَأَلْقَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ ثُعْبَانٌ مُّبِينٌ
Ulee isaa darbate; isheen yeroma san bofa ifa galaa taate
108وَنَزَعَ يَدَهُ فَإِذَا هِيَ بَيْضَاءُ لِلنَّاظِرِينَ
Harka isaas ni baase; isheenis yoosuu warra ilaalaniif adii (calaqqisaa) taate
109قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ
Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (nama falfalaa) beekaadha
110يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُمْ ۖ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ
Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)
111قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَأَرْسِلْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota ergi
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
109Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 109

Suuratu Al-A'raf Aayah 109 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti,…

Suuratu Aayah 109/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 107–111. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers