Al-A'raf · 111/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَأَرْسِلْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ ۝١١١
Qaalooo arjih wa akhaahu wa arsil filmadaaa`ini haashireen
📖 Afaan Oromoon
[Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota ergi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 109-113 — Suuratu Al-A'raf

109قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ
Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (nama falfalaa) beekaadha
110يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُمْ ۖ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ
Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)
111قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَأَرْسِلْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota ergi
112يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَاحِرٍ عَلِيمٍ
Saahiree beekaa hundaan sitti dhufu
113وَجَاءَ السَّحَرَةُ فِرْعَوْنَ قَالُوا إِنَّ لَنَا لَأَجْرًا إِن كُنَّا نَحْنُ الْغَالِبِينَ
Saahiroonni gara Fir’awni dhufanii "yoo nuti kan injifannu taane mindaan nuuf jiraa?" jedhan
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
111Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 111

Suuratu Al-A'raf Aayah 111 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota…

Suuratu Aayah 111/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 109–113. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers