Al-A'raf · 14/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالَ أَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ ۝١٤
Qaala anzirneee ilaa Yawmi yub`asoon
📖 Afaan Oromoon
(Ibliis) "Hanga guyyaa isaan kaafamaniitti na tursiisi" jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-A'raf

12قَالَ مَا مَنَعَكَ أَلَّا تَسْجُدَ إِذْ أَمَرْتُكَ ۖ قَالَ أَنَا خَيْرٌ مِّنْهُ خَلَقْتَنِي مِن نَّارٍ وَخَلَقْتَهُ مِن طِينٍ
(Rabbis) "Yeroo ani si ajaju, sujuuduu irraa maaltu si dhorge?" jedhe(Ibliis) "Anatu isa caala; Ibidda irraa na uumteetiin isa dhoqqee (biyyee) irraa uumte" jedhe
13قَالَ فَاهْبِطْ مِنْهَا فَمَا يَكُونُ لَكَ أَن تَتَكَبَّرَ فِيهَا فَاخْرُجْ إِنَّكَ مِنَ الصَّاغِرِينَ
(Rabbiinis) "ishee irraa bu’i; Ishee keessatti boonuun siif hin taane; ba’i ati warra salphattoota irraayi" jedheen
14قَالَ أَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
(Ibliis) "Hanga guyyaa isaan kaafamaniitti na tursiisi" jedhe
15قَالَ إِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiiniis) "Ati warra tursiifaman irraayi" jedheen
16قَالَ فَبِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأَقْعُدَنَّ لَهُمْ صِرَاطَكَ الْمُسْتَقِيمَ
(Ibliisis) ni jedhe: "Waan ati na jallifteef, Dhugumatti, karaa kee qajeeloo irran isaaniif taa’a
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 14

Suuratu Al-A'raf Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ibliis) "Hanga guyyaa isaan kaafamaniitti na tursiisi" jedhe

Suuratu Aayah 14/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers