Al-Insan · 25/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ بُكْرَةً وَأَصِيلًا ۝٢٥
Wazkuris ma Rabbika bukratanw wa aseelaa
📖 Afaan Oromoon
Ganamaafi galgalas maqaa Gooftaa keetii faarsi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-Insan

23إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ تَنزِيلًا
Dhugumatti, Nuti Quraana buusiinsa sirratti buusnee jirra
24فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تُطِعْ مِنْهُمْ آثِمًا أَوْ كَفُورًا
Murtii Gooftaa keetiitiifis obsi; isaan irraa nama dilaawaa yookiin kafaraa taeef hin ajajamin
25وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ بُكْرَةً وَأَصِيلًا
Ganamaafi galgalas maqaa Gooftaa keetii faarsi
26وَمِنَ اللَّيْلِ فَاسْجُدْ لَهُ وَسَبِّحْهُ لَيْلًا طَوِيلًا
Halkan irraallee Isaaf salaati; halkan dheeraas Isaaf (salaata laylii) salaati
27إِنَّ هَٰؤُلَاءِ يُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ وَيَذَرُونَ وَرَاءَهُمْ يَوْمًا ثَقِيلًا
Dhugumatti, warri kun (addunyaa) arifattuu jaalatu; guyyaa ulfaataas fuulduratti dhiisu (dagatu)
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 25

Suuratu Al-Insan Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ganamaafi galgalas maqaa Gooftaa keetii faarsi

Suuratu Aayah 25/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers