Al-Mutaffifin · 22/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ ۝٢٢
Innal abraara lafee Na`eem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Mutaffifin

20كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
21يَشْهَدُهُ الْمُقَرَّبُونَ
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata
22إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu
23عَلَى الْأَرَائِكِ يَنظُرُونَ
Sireewwan irra (taaanii) ilaalu
24تَعْرِفُ فِي وُجُوهِهِمْ نَضْرَةَ النَّعِيمِ
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 22

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu

Suuratu Aayah 22/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers