Al-Mutaffifin · 3/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
وَإِذَا كَالُوهُمْ أَو وَّزَنُوهُمْ يُخْسِرُونَ ۝٣
Wa izaa kaaloohum aw wazanoohum yukhsiroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Mutaffifin

1وَيْلٌ لِّلْمُطَفِّفِينَ
Warra (safara) hir’isuuf badiin haa ta’u
2الَّذِينَ إِذَا اكْتَالُوا عَلَى النَّاسِ يَسْتَوْفُونَ
Isaan yeroo namoota irraa safaratan guuchisiifatan
3وَإِذَا كَالُوهُمْ أَو وَّزَنُوهُمْ يُخْسِرُونَ
Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan
4أَلَا يَظُنُّ أُولَٰئِكَ أَنَّهُم مَّبْعُوثُونَ
Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii
5لِيَوْمٍ عَظِيمٍ
Guyyaa guddaadhaaf
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 3

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan

Suuratu Aayah 3/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers