Al-Mutaffifin · 4/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
أَلَا يَظُنُّ أُولَٰئِكَ أَنَّهُم مَّبْعُوثُونَ ۝٤
Alaa yazunnu ulaaa`ika annahum mab`oosoon
📖 Afaan Oromoon
Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Mutaffifin

2الَّذِينَ إِذَا اكْتَالُوا عَلَى النَّاسِ يَسْتَوْفُونَ
Isaan yeroo namoota irraa safaratan guuchisiifatan
3وَإِذَا كَالُوهُمْ أَو وَّزَنُوهُمْ يُخْسِرُونَ
Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan
4أَلَا يَظُنُّ أُولَٰئِكَ أَنَّهُم مَّبْعُوثُونَ
Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii
5لِيَوْمٍ عَظِيمٍ
Guyyaa guddaadhaaf
6يَوْمَ يَقُومُ النَّاسُ لِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Guyyaa namni Gooftaa aalamaatiif dhaabbatu
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 4

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii

Suuratu Aayah 4/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers