Al-Fajr · 20/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا ۝٢٠
Wa tuhibboonal maala hubban jammaa
📖 Afaan Oromoon
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Fajr

18وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
19وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
20وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
21كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
22وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 20

Suuratu Al-Fajr Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu

Suuratu Aayah 20/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers