Al-Fajr · 19/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا ۝١٩
Wa taakuloonat turaasa aklal lammaa
📖 Afaan Oromoon
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Fajr

17كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
18وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
19وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
20وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
21كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 19

Suuratu Al-Fajr Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu

Suuratu Aayah 19/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers