Yusuf · 103/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
وَمَا أَكْثَرُ النَّاسِ وَلَوْ حَرَصْتَ بِمُؤْمِنِينَ ١٠٣
Transliteration
Wa maa aksarun naasi wa law harasta bimu`mineen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Irra hedduun namootaas (amanuu isaaniitiif) odoo bololtees kan amananii miti
🎧 Caqasi
📜 Aayah 101-105 — Yusuf
101۞ رَبِّ قَدْ آتَيْتَنِي مِنَ الْمُلْكِ وَعَلَّمْتَنِي مِن تَأْوِيلِ الْأَحَادِيثِ ۚ فَاطِرَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ أَنتَ وَلِيِّي فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ ۖ تَوَفَّنِي مُسْلِمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! dhugumatti mootummaa irraa naaf kennitee jirtaHiika manaamotaa irraas na barsiiftee jirta(Yaa) Uumaa samiifi dachii! Ati Duuniyaafi Aakhiraattis gargaaraa kiyyaMuslima taasisii na ajjeesii Warra gaggaarittis na dhaqqabsiisi.”
102ذَٰلِكَ مِنْ أَنبَاءِ الْغَيْبِ نُوحِيهِ إِلَيْكَ ۖ وَمَا كُنتَ لَدَيْهِمْ إِذْ أَجْمَعُوا أَمْرَهُمْ وَهُمْ يَمْكُرُونَ
Kun oduu fagoo irraayyiGara keetti isa beeksifnaYeroo isaan kan (Yuusufitti) tooftaa baasan ta’anii dhimma isaanii waliin qindeessan ati isaan bira hin turre
103وَمَا أَكْثَرُ النَّاسِ وَلَوْ حَرَصْتَ بِمُؤْمِنِينَ
Irra hedduun namootaas (amanuu isaaniitiif) odoo bololtees kan amananii miti
104وَمَا تَسْأَلُهُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۚ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Ati isa irratti mindaa wahii isaan hin gaafattuInni (Qur’aanni) aalamaaf gorsa malee homaa hin taane
105وَكَأَيِّن مِّنْ آيَةٍ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ يَمُرُّونَ عَلَيْهَا وَهُمْ عَنْهَا مُعْرِضُونَ
Samiifi dachii keessa mallattoo kan isaan ishee irraa gara galan ta’anii ishee irra taran heddutu jira
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
103Aayah
Hiikkaa — Yusuf 103
Suuratu Yusuf Aayah 103 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Irra hedduun namootaas (amanuu isaaniitiif) odoo bololtees kan amananii mitiSuuratu Aayah 103/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 101–105. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








