Yusuf · 60/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yusuf
فَإِن لَّمْ تَأْتُونِي بِهِ فَلَا كَيْلَ لَكُمْ عِندِي وَلَا تَقْرَبُونِ ۝٦٠
Fa il lam taatoonee bihee falaa kaila lakum `indee wa laa taqraboon
📖 Afaan Oromoon
Yoo isaan natti dhufuu baattan safarri na bira isiniif hin jiruNattis hin dhiyaatinaa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — Suuratu Yusuf

58وَجَاءَ إِخْوَةُ يُوسُفَ فَدَخَلُوا عَلَيْهِ فَعَرَفَهُمْ وَهُمْ لَهُ مُنكِرُونَ
Obboleeyyan Yuusufis gara isaa dhufanii isa irratti seenanOdoo isaan isa wallaalanii jiranii inni isaan beeke
59وَلَمَّا جَهَّزَهُم بِجَهَازِهِمْ قَالَ ائْتُونِي بِأَخٍ لَّكُم مِّنْ أَبِيكُمْ ۚ أَلَا تَرَوْنَ أَنِّي أُوفِي الْكَيْلَ وَأَنَا خَيْرُ الْمُنزِلِينَ
Yeroma waan geggeessaa isaanii isaaniif qopheesse ni jedhe: “Obboleessa keessan kan karaa abbaatiin ta’een natti kottaaSila caalaa keessummmessitootaa ta’ee safara guutuu koo hin argitanuu
60فَإِن لَّمْ تَأْتُونِي بِهِ فَلَا كَيْلَ لَكُمْ عِندِي وَلَا تَقْرَبُونِ
Yoo isaan natti dhufuu baattan safarri na bira isiniif hin jiruNattis hin dhiyaatinaa.”
61قَالُوا سَنُرَاوِدُ عَنْهُ أَبَاهُ وَإِنَّا لَفَاعِلُونَ
[Isaan] “Nuti waa’ee isaa abbaa isaa ni gaafannaDhugumatti, nuti (dhimma kana) raawwatoodha.”
62وَقَالَ لِفِتْيَانِهِ اجْعَلُوا بِضَاعَتَهُمْ فِي رِحَالِهِمْ لَعَلَّهُمْ يَعْرِفُونَهَا إِذَا انقَلَبُوا إِلَىٰ أَهْلِهِمْ لَعَلَّهُمْ يَرْجِعُونَ
Gabroota isaatiin “akka yeroo gara maatii isaanii deebi’an ishee beekanii deebi’aniif maallaqa isaanii fe’isa isaanii keessa kaa’aa”jedhe
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — Yusuf 60

Suuratu Yusuf Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo isaan natti dhufuu baattan safarri na bira isiniif hin…

Suuratu Aayah 60/111 — Suuratu Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yusuf Caqasi, Suuratu Yusuf Hiikkaa, Suuratu Yusuf mp3, Suuratu Yusuf pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers