Al-Hijr · 17/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَحَفِظْنَاهَا مِن كُلِّ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ ۝١٧
Wa hafiznaahaa min kulli Shaitaanir rajeem
📖 Afaan Oromoon
Sheyxaana darbatamaa hunda irraas ishee tiiksine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Hijr

15لَقَالُوا إِنَّمَا سُكِّرَتْ أَبْصَارُنَا بَلْ نَحْنُ قَوْمٌ مَّسْحُورُونَ
Silaa “ijuma keenyatu cufameInumaa nuti ummata sihriin itti godhameedha” jedhu
16وَلَقَدْ جَعَلْنَا فِي السَّمَاءِ بُرُوجًا وَزَيَّنَّاهَا لِلنَّاظِرِينَ
Nuti dhugumatti samii keessattis urjiilee gugurdaa taasifnee, namoota ilaalaniif ishee miidhagsinee jirra
17وَحَفِظْنَاهَا مِن كُلِّ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ
Sheyxaana darbatamaa hunda irraas ishee tiiksine
18إِلَّا مَنِ اسْتَرَقَ السَّمْعَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ مُّبِينٌ
Isa dhageettii hatee qaanqeen ifabahaa tae isa hordofe malee
19وَالْأَرْضَ مَدَدْنَاهَا وَأَلْقَيْنَا فِيهَا رَوَاسِيَ وَأَنبَتْنَا فِيهَا مِن كُلِّ شَيْءٍ مَّوْزُونٍ
Dachiis Nuti ishee diriirsinee jirraGaarreenis ishee keessati goonee jirraWanta madaalamaa ta’e hunda irraas ishee keessatti magarsinee jirra
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 17

Suuratu Al-Hijr Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sheyxaana darbatamaa hunda irraas ishee tiiksine

Suuratu Aayah 17/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers