Al-Hijr · 4/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا وَلَهَا كِتَابٌ مَّعْلُومٌ ۝٤
Wa maaa ahlaknaa min qaryatin illaa wa lahaa kitaabum ma`loom
📖 Afaan Oromoon
Beellamni beekamaan isheef jiraatu malee (warra) magaalaa tokkollee hin balleessine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Hijr

2رُّبَمَا يَوَدُّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَوْ كَانُوا مُسْلِمِينَ
Isaan kafaran (Guyyaa Qiyaamaa) odoo Muslimoota ta’anii baay’ee hawwu
3ذَرْهُمْ يَأْكُلُوا وَيَتَمَتَّعُوا وَيُلْهِهِمُ الْأَمَلُ ۖ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
Haa nyaatanii; Haa qanani’anii; hawwiin (sobaa) isaan haa daguu isaan dhiisi(Itti gala isaaniis) fuula duratti ni beeku
4وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا وَلَهَا كِتَابٌ مَّعْلُومٌ
Beellamni beekamaan isheef jiraatu malee (warra) magaalaa tokkollee hin balleessine
5مَّا تَسْبِقُ مِنْ أُمَّةٍ أَجَلَهَا وَمَا يَسْتَأْخِرُونَ
Ummanni tokkollee beellama ishee hin dursitu, boodas hin aansamanu
6وَقَالُوا يَا أَيُّهَا الَّذِي نُزِّلَ عَلَيْهِ الذِّكْرُ إِنَّكَ لَمَجْنُونٌ
“Yaa isa zikriin (Qur’aanni) isa irratti buufame! dhugumatti ati maraataadha” jedhan
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 4

Suuratu Al-Hijr Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beellamni beekamaan isheef jiraatu malee (warra) magaalaa tokkollee hin balleessine

Suuratu Aayah 4/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers