An-Nahl · 20/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَالَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَا يَخْلُقُونَ شَيْئًا وَهُمْ يُخْلَقُونَ ۝٢٠
Wallazeena yad`oona min doonil laahi laa yakhluqoona shai`anw wa hum yukhlaqoon
📖 Afaan Oromoon
Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanuIsaanumtuu ni uumamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu An-Nahl

18وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
19وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ
Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka
20وَالَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَا يَخْلُقُونَ شَيْئًا وَهُمْ يُخْلَقُونَ
Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanuIsaanumtuu ni uumamu
21أَمْوَاتٌ غَيْرُ أَحْيَاءٍ ۖ وَمَا يَشْعُرُونَ أَيَّانَ يُبْعَثُونَ
(Isaan) du’aawwan fayyaa hin taaneedhaYoom akka kaafamaniis hin beekanu
22إِلَٰهُكُمْ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۚ فَالَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ قُلُوبُهُم مُّنكِرَةٌ وَهُم مُّسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti gabbaramaan keessan gabbaramaa tokkichaIsaan Aakhiraatti hin amanne, onneen isaanii (tokkichummaa Rabbii) mormituudha; isaanis boontota
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 20

Suuratu An-Nahl Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanuIsaanumtuu ni uumamu

Suuratu Aayah 20/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers