Maryam · 89/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا ۝٨٩
Laqad ji`tum shai`an iddaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 87-91 — Suuratu Maryam

87لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu
88وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا
“Rahmaan ilma godhate” jedhu
89لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu
90تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)
91أَن دَعَوْا لِلرَّحْمَٰنِ وَلَدًا
Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Maryam 89

Suuratu Maryam Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu

Suuratu Aayah 89/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers