Al-Baqarah · 202/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Baqarah
أُولَٰئِكَ لَهُمْ نَصِيبٌ مِّمَّا كَسَبُوا ۚ وَاللَّهُ سَرِيعُ الْحِسَابِ ۝٢٠٢
Ulaaa`ika lahum naseebum mimmaa kasaboo; wal laahu saree`ul hisaab
📖 Afaan Oromoon
Warra san isaaniif waan hojjatan irraa qoodatu jiraRabbiin saffisaa qormaataati
🎧 Caqasi

📜 Aayah 200-204 — Al-Baqarah

200فَإِذَا قَضَيْتُم مَّنَاسِكَكُمْ فَاذْكُرُوا اللَّهَ كَذِكْرِكُمْ آبَاءَكُمْ أَوْ أَشَدَّ ذِكْرًا ۗ فَمِنَ النَّاسِ مَن يَقُولُ رَبَّنَا آتِنَا فِي الدُّنْيَا وَمَا لَهُ فِي الْآخِرَةِ مِنْ خَلَاقٍ
Yeroo hojii hajjii raawwattan, akkuma abbootii keessan faarsitanitti yookiin faaruu sana caalu Rabbiin zakkaraaNamoota irraa nama odoo Aakhiraatti carraa hin qabne “yaa Rabbii keenya addunyaa irratti (gaarii) nuuf kenni” jedhutu jira
201وَمِنْهُم مَّن يَقُولُ رَبَّنَا آتِنَا فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً وَفِي الْآخِرَةِ حَسَنَةً وَقِنَا عَذَابَ النَّارِ
Isaan irraas nama "Gooftaa keenya! Duuniyaatti toltuu, Aakhirattis toltuu nuuf kenni; adabbii ibiddaa irraa nu baraari" jedhantu jiru
202أُولَٰئِكَ لَهُمْ نَصِيبٌ مِّمَّا كَسَبُوا ۚ وَاللَّهُ سَرِيعُ الْحِسَابِ
Warra san isaaniif waan hojjatan irraa qoodatu jiraRabbiin saffisaa qormaataati
203۞ وَاذْكُرُوا اللَّهَ فِي أَيَّامٍ مَّعْدُودَاتٍ ۚ فَمَن تَعَجَّلَ فِي يَوْمَيْنِ فَلَا إِثْمَ عَلَيْهِ وَمَن تَأَخَّرَ فَلَا إِثْمَ عَلَيْهِ ۚ لِمَنِ اتَّقَىٰ ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ وَاعْلَمُوا أَنَّكُمْ إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Guyyoota lakkaa’amtuu keessa Rabbiin yaadadhaaNamni guyyaa lama keessatti ariifate badiin isarra hin jiruNamni booda aanes badiin isa irra hin jiru(Kun) nama (Rabbiin) sodaateefiRabbiin sodaadhaa; gara Isaatti oofamuu keessanis beekaa
204وَمِنَ النَّاسِ مَن يُعْجِبُكَ قَوْلُهُ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَيُشْهِدُ اللَّهَ عَلَىٰ مَا فِي قَلْبِهِ وَهُوَ أَلَدُّ الْخِصَامِ
Namoota irraa nama haala falmiidhaan jabaa taeen jechi isaa addunyaa irratti si dinqisiisuufi kan waan qalbii isaa keessa jiru irratti Rabbiin ragaa godhutu jira
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
202Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 202

Suuratu Al-Baqarah Aayah 202 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra san isaaniif waan hojjatan irraa qoodatu jiraRabbiin saffisaa qormaataati

Suuratu Aayah 202/286 — Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Baqarah Caqasi, Al-Baqarah Hiikkaa, Al-Baqarah mp3, Al-Baqarah pdf. Aayah 200–204. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers