Al-Hajj · 22/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hajj
كُلَّمَا أَرَادُوا أَن يَخْرُجُوا مِنْهَا مِنْ غَمٍّ أُعِيدُوا فِيهَا وَذُوقُوا عَذَابَ الْحَرِيقِ ۝٢٢
Kullamaa araadooo any yakhrujoo minhaa min ghammin u`eedoo feeha wa zooqoo `azaabal hareeq
📖 Afaan Oromoon
Dhawaata isaan yaaddoodhaan ishee irraa ba’uu fedhaniin ishee keessatti deebifaman“Adaba gubaa dhandhamaa” (jedhamani)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Hajj

20يُصْهَرُ بِهِ مَا فِي بُطُونِهِمْ وَالْجُلُودُ
Isa sanaan wanti garaa isaanii keessa jiruufi gogaan (isaanii) baqfama
21وَلَهُم مَّقَامِعُ مِنْ حَدِيدٍ
Ammas jirma sibiila irraa ta’etu isaaniif jira
22كُلَّمَا أَرَادُوا أَن يَخْرُجُوا مِنْهَا مِنْ غَمٍّ أُعِيدُوا فِيهَا وَذُوقُوا عَذَابَ الْحَرِيقِ
Dhawaata isaan yaaddoodhaan ishee irraa ba’uu fedhaniin ishee keessatti deebifaman“Adaba gubaa dhandhamaa” (jedhamani)
23إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ يُحَلَّوْنَ فِيهَا مِنْ أَسَاوِرَ مِن ذَهَبٍ وَلُؤْلُؤًا ۖ وَلِبَاسُهُمْ فِيهَا حَرِيرٌ
Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii hojjatan Jannata laggeen jala ishee yaatu seensisaIshee keessattis gumeewwan (kilkillee) warqeefi faaya irraa ta’an uffifamuUffanni isaaniis ishee keessatti hariira
24وَهُدُوا إِلَى الطَّيِّبِ مِنَ الْقَوْلِ وَهُدُوا إِلَىٰ صِرَاطِ الْحَمِيدِ
(Addunyaa kana keessatti) gara jecha gaarii qajeelfamanAmmas gara karaa (Rabbii) faarfamaa ta’eetti qajeelfaman
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 22

Suuratu Al-Hajj Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhawaata isaan yaaddoodhaan ishee irraa ba’uu fedhaniin ishee keessatti deebifaman“Adaba…

Suuratu Aayah 22/78 — Suuratu Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hajj Caqasi, Suuratu Al-Hajj Hiikkaa, Suuratu Al-Hajj mp3, Suuratu Al-Hajj pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers