Al-Mu'minun · 65/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
لَا تَجْأَرُوا الْيَوْمَ ۖ إِنَّكُم مِّنَّا لَا تُنصَرُونَ ۝٦٥
Laa taj`arul yawma innakum minnaa laa tunsaroon
📖 Afaan Oromoon
Har’a hin iyyinaaDhugumatti, isin Nu irraa tumsa hin argattanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 63-67 — Suuratu Al-Mu'minun

63بَلْ قُلُوبُهُمْ فِي غَمْرَةٍ مِّنْ هَٰذَا وَلَهُمْ أَعْمَالٌ مِّن دُونِ ذَٰلِكَ هُمْ لَهَا عَامِلُونَ
Dhugumatti onneen isaanii (Qur’aana) kana irraa haguuggaa keessa jirtiIsaaniif kana malees dalagaalee (gadhee) biraa kan isaan hojjatantu jira
64حَتَّىٰ إِذَا أَخَذْنَا مُتْرَفِيهِم بِالْعَذَابِ إِذَا هُمْ يَجْأَرُونَ
Yeroma Nuti isaan irraa warra jireenya qananii daangaa dabre keessa jiraachaa turan adabaan qabnu, yeroma san isaan (deeggarsa kadhaaf) sagalee ol fuudhanii iyyu
65لَا تَجْأَرُوا الْيَوْمَ ۖ إِنَّكُم مِّنَّا لَا تُنصَرُونَ
Har’a hin iyyinaaDhugumatti, isin Nu irraa tumsa hin argattanu
66قَدْ كَانَتْ آيَاتِي تُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فَكُنتُمْ عَلَىٰ أَعْقَابِكُمْ تَنكِصُونَ
Dhugumatti, keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turaniiti, isin duubatti irraa deebi’aa turtan
67مُسْتَكْبِرِينَ بِهِ سَامِرًا تَهْجُرُونَ
Isaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis kaabaa biratti (Quraana) arrabsitu
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 65

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Har’a hin iyyinaaDhugumatti, isin Nu irraa tumsa hin argattanu

Suuratu Aayah 65/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers