Ash-Shu'ara · 101/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَلَا صَدِيقٍ حَمِيمٍ ۝١٠١
Wa laa sadeeqin hameem
📖 Afaan Oromoon
Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 99-103 — Suuratu Ash-Shu'ara

99وَمَا أَضَلَّنَا إِلَّا الْمُجْرِمُونَ
Ficiltoota malee homtuu nu hin jallisne
100فَمَا لَنَا مِن شَافِعِينَ
Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru
101وَلَا صَدِيقٍ حَمِيمٍ
Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)
102فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre
103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
101Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 101

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 101 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)

Suuratu Aayah 101/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 99–103. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers