Ash-Shu'ara · 100/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَمَا لَنَا مِن شَافِعِينَ ۝١٠٠
Famaa lanaa min shaa fi`een
📖 Afaan Oromoon
Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 98-102 — Suuratu Ash-Shu'ara

98إِذْ نُسَوِّيكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san
99وَمَا أَضَلَّنَا إِلَّا الْمُجْرِمُونَ
Ficiltoota malee homtuu nu hin jallisne
100فَمَا لَنَا مِن شَافِعِينَ
Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru
101وَلَا صَدِيقٍ حَمِيمٍ
Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)
102فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
100Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 100

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 100 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru

Suuratu Aayah 100/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 98–102. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers