Ash-Shu'ara · 149/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ ۝١٤٩
Wa tanhitoona minal jibaali buyootan faariheen
📖 Afaan Oromoon
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 147-151 — Suuratu Ash-Shu'ara

147فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti
148وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)
149وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)
150فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
151وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
149Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 149

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 149 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)

Suuratu Aayah 149/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 147–151. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers