Ash-Shu'ara · 176/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
كَذَّبَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ الْمُرْسَلِينَ ۝١٧٦
Kazzaba As haabul Aykatil mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 174-178 — Suuratu Ash-Shu'ara

174إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane
175وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
176كَذَّبَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ الْمُرْسَلِينَ
Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte
177إِذْ قَالَ لَهُمْ شُعَيْبٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu
178إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
176Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 176

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 176 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte

Suuratu Aayah 176/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 174–178. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers