Ash-Shu'ara · 177/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِذْ قَالَ لَهُمْ شُعَيْبٌ أَلَا تَتَّقُونَ ۝١٧٧
Iz qaala lahum Shu`aybun alaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 175-179 — Suuratu Ash-Shu'ara

175وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
176كَذَّبَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ الْمُرْسَلِينَ
Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte
177إِذْ قَالَ لَهُمْ شُعَيْبٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu
178إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
179فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
177Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 177

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 177 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu

Suuratu Aayah 177/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 175–179. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers