Ash-Shu'ara · 175/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٧٥
Wa inna Rabbaka la Huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 173-177 — Suuratu Ash-Shu'ara

173وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِم مَّطَرًا ۖ فَسَاءَ مَطَرُ الْمُنذَرِينَ
Bokkaa [adabbii] isaan irratti roobsineRoobni warra akeekkachiifamanii waa fokkate
174إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane
175وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
176كَذَّبَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ الْمُرْسَلِينَ
Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte
177إِذْ قَالَ لَهُمْ شُعَيْبٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
175Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 175

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 175 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 175/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 173–177. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers