Ash-Shu'ara · 190/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٩٠
Inna fee zaalika la Aayah; wa maa kaana aksaruhum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 188-192 — Suuratu Ash-Shu'ara

188قَالَ رَبِّي أَعْلَمُ بِمَا تَعْمَلُونَ
[Inni] ni jedhe: “Gooftaan kiyya waan isin dalagdan beekaadha.”
189فَكَذَّبُوهُ فَأَخَذَهُمْ عَذَابُ يَوْمِ الظُّلَّةِ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Isa sobsiisanAdabbiin guyyaa gaaddisaa (duumessa gurraachaa) isaan qabateDhugumatti, inni adabbii guyyaa guddaa ta’eera
190إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
191وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
192وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
190Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 190

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 190 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin…

Suuratu Aayah 190/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 188–192. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers