Ash-Shu'ara · 224/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَالشُّعَرَاءُ يَتَّبِعُهُمُ الْغَاوُونَ ۝٢٢٤
Washshu `araaa`u yattabi `uhumul ghaawoon
📖 Afaan Oromoon
Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 222-226 — Suuratu Ash-Shu'ara

222تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti
223يُلْقُونَ السَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَاذِبُونَ
Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo kijibdoota
224وَالشُّعَرَاءُ يَتَّبِعُهُمُ الْغَاوُونَ
Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa
225أَلَمْ تَرَ أَنَّهُمْ فِي كُلِّ وَادٍ يَهِيمُونَ
Isaan dhugumatti sulula (bowwaa) hunda keessa akka seenan hin agartuu
226وَأَنَّهُمْ يَقُولُونَ مَا لَا يَفْعَلُونَ
Dhugumatti isaan waan hin dalagne kan dubbatan ta’uu [hin agartuu]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
224Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 224

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 224 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa

Suuratu Aayah 224/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 222–226. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers