Ash-Shu'ara · 223/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
يُلْقُونَ السَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَاذِبُونَ ۝٢٢٣
Yulqoonas sam`a wa aksaruhum aaziboon
📖 Afaan Oromoon
Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo kijibdoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 221-225 — Suuratu Ash-Shu'ara

221هَلْ أُنَبِّئُكُمْ عَلَىٰ مَن تَنَزَّلُ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu
222تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti
223يُلْقُونَ السَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَاذِبُونَ
Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo kijibdoota
224وَالشُّعَرَاءُ يَتَّبِعُهُمُ الْغَاوُونَ
Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa
225أَلَمْ تَرَ أَنَّهُمْ فِي كُلِّ وَادٍ يَهِيمُونَ
Isaan dhugumatti sulula (bowwaa) hunda keessa akka seenan hin agartuu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
223Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 223

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 223 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo…

Suuratu Aayah 223/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 221–225. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers